Konkolaataa lubbuu oolchuuf galagale

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Konkolaataa lubbuu oolchuuf galagale
Maxxanfame

Kuni battala konkolaataan konkolaachisaa doqdoqqeerraa maquuf jedhee garagaledha.

Taateen kuni Hindii keessa kan mudate yoo ta'u yeroo kufuus namni doqdoqqee biraa oofu biratti dhaabatee hafe lubbuun ooleera.

Namni du'e jiraachuus baatu namoonni 20 ol konkolaataa keessa turan garuu miidhamaniiru.