Bulchaan Dagam 'WBO'n ajjeefaman'
Bulchaan Dagam 'WBO'n ajjeefaman'
Maxxanfame
Godina Shawaa Kaabaatti Bulchaan aanaa Dagam Obbo Tafarraa Dasee hidhattoota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO'n) ajjeefamuun himame.
Maddeen BBC akka himanitti Obbo Tafarraan aanaa Dagam ganda Aannoo Qarree jedhamutti ajjeefaman.
Himannaa dhihaateerratti gama hidhattoota WBO deebiin kenname hin jiru.



