Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Walitti bu'iinsa magaalaa Moyaaleetti mudateen jiraattonni magaalattii gara Keeniyaatti baqataa jiraachuu mootummaan Keeniyaa beeksise.
- Haleellaan Huutii hammaannaan US dippiloomaatonnishee Saa'udiitii akka bahan ajajje
- Iraan ammas hanga fedhiin ishee eegamutti Ameerikaa waliin mariin akka hin jirre ibsite
- Ameerikaan yeroo waggaa lama hin guunne keessatti viizaa kuma 300 caalu haquu ibsite
- Hojjattoonni mootummaa guyyoota sadii keessatti hojiitti akka deebi'an Bulchiinsaa Imaanaa Tigraay waamicha godhe
- UKn haleellaa Huutiin Sa'ud Araabiyaarratti gaggeessu qolachuuf xayyaarota waraanaa bobbaasufi
- Humni TPLF akkamitti yeroo gabaabaa keessatti magaalota hedduu dabalatee kutaalee naannichaa harka caalu gadhiisee ba'uu danda'e? Itti aanee maaltu mudachuu mala?
- Odeessaalee biroo karaa Marsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.




















