Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gaadii Ayizankoot: Qondaalli waraanaa buleessi filannoo Israa'eliin Netaaniyaahuu kokkee qabaa jiru eenyu?

  2. Jeneraalli beekamaan TPLF loltootasaa waliin tibbana harka kennate eenyu?

  3. Biyyoonni miseensa Waliigaltee Makkaa akkaataa Sa'udii gargaaranirratti aanga'oota Iraan waliin mari'atan

  4. Bulchiinsa Doonaald Tiraamp jalatti Dinadgeen Ameerikaa akkam jira?

  5. Itoophiyaa dabalatee warshaaleen warqii biyyoonni Afrikaa ijaaraa jiran ardicha hirkattummaa jalaa baasaa?

  6. Haleellaa aanaa Shirkaatti 'daa'imman dabalatee namoota 40 ol galaafate' hanga ammaa kan beeknu

  7. IJOO

  8. "Meeshaan waraanaa biyya tokkoof gahu karaa Mitsuwaan TPLFfiif dhiyaate" to'atameera - Fiild Maarshaal Biraanuu

  9. Israa'el filannoo torbee dhufuun gaggeessaashee jijjiiruu dandeessi, imaammata Iraanirratti qabdu garuu hin jijjiirtu

  10. KFOn walitti bu'iinsa magaalaa Moyyaalee ilaalchisuun mootummaan federalaa "callisuu filateera" jechuun qeeqe

  11. Obaamaan yeroo duula Dimokiraatotaaf gaggeessutti Tiraampiin cimsee qeeqe

  12. Qaama kamirraayyuu walaba ta'een loogii tokko malee ijaarsa biyyaarra ture- Pirof. Masfin Ar'aayaa

  13. Sababoota ijoo shan gamoon itti jiguuf

  14. Mooyyaleetti walitti bu'iinsi itti fufe, kumaatamni Keeniyaatti buqqa'an

  15. Qabxiilee ijoo

  16. Gatiin foonii Itoophiyaa maaliif qaalii ta'e?

  17. Jiraattonni magaalota Tigraay walitti bu'iinsa mudate hordofee waan jechaa jiran

  18. Walitti bu'iinsa Moyyaaleetti mudaterratti hanga amma kan beeknu

  19. Hayyuun Booranaa boqotan Dr Abdullaahii Shonqoloo maaliin yaadatamu?

  20. MM Abiy iddoowwan wiirtuuwwan nukilaraa itti ijaaraman sadi adda bahuu ibsan