Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. US haleellaa yoo itti fufte filannoowwan Iraan qabdu maalidha?

  2. Waardiyaa qabxii 12ffaa gaarii galmeessan

  3. Mojtaabaa maaliif hin mul'atan?

  4. Dargaggeessi waggaa 18 manguddoo umurii waggaa 65 gudeede hidhaa cimaan adabame

  5. Dargaggooon saamunaa waraqaa irraa hojjate maal hima?

  6. Godaantonni Itoophiyaa Sa'udiitti gareen wal ijaaranii wal ajjeesan to'atamu eegalan

  7. Qondaalli waraanaa Ameerikaa aangoo gadhiise

  8. Itoophiyaatti dhibeen busaa qoricha dandamatu "haala yaaddessaa ta'een babal'ataa" dhufe -Qorannoo

  9. 'Icciitii haala fayyaafi mana Mojtaabaa Kameenii jiruu'

  10. 'Israa'el silaa baduu waan hin oolle ture'- Tiraamp balaa Iraan niwukilara hidhachuu ibsan

  11. IJOO

  12. Teeknooloojiiwwan waraanaa haaraa egeree lolaa geeddaraa jiran sagal

  13. Soorata Afrikaa shan saayinsiin fayyaaf gaarii ta'uu ibse kanneen beektuu?

  14. Ilmi Netaaniyaahuu yaaddoo nageenyaaf Ameerikaa irraa gara Israa'el deebifame

  15. Haleellaa Raashiyaa hordofee, meeshaleen waraanaa naannawa mana jireenyatti kuusuunYukireenitti dheekkamsa kaase

  16. 'Ashaangulliitii akka isaatti uffatte naaf kenne': intalli Fidel Kaastiroo waa'ee nama akka abbaasheetti waamuu hin barbaannee duubbatte

  17. Hojjetaan Waayit Haawus duraanii haasaa Tiraamp irratti qarshii qabsiise $172,000 akka kaffalu ajajame

  18. US michuuwwan ishee jajjaboo Baha Jiddugaleessaa irraa gargaarsa waraanaa kutuufi

  19. US boba'aa Veenzuweelaa baarmeela biiliyoona 65 to'achuuf waliigaltee raawwatte