Kubbaa Maaraadoonaa seenaa dalage

Kubbaa Maaraadoonaa seenaa dalage
Maxxanfame

Kuni ajaa'iba. Kubbaa Maaraadoonaan harkaan Ingilizii irratti galche ammas seenaa hojjechaa jira.

Kubbaan kun caalbaasiitti dhiyaachuun paawundii miliyoona 2.5 gurgurame.